Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa murtoowwan garaagaraa dabarse Debela Tadesse Mar 21, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC)- Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 18ffaa har’a gaggeesseen murtoowwan garaagaraa dabarseera. Manni Marichaa, wixinee labsii abbummaa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Ityoophiyaa ibsa Ministeerri Dhimma Alaa Ameerikaa baasee kan hinfudhanne ta’uu ibse Debela Tadesse Mar 21, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC)-Ministeerri Dhimma Alaa Ameerikaa "Wayita walitti bu’iinsa kutaa Kaabaa Ityoophiyaa sarbamni mirga namoomaa olaanaan raawwatamaniiru" jechuun gabaasa…
Oduu biyya keessaa Godinaaleen garaa garaa Manneen Barnootaa bultii Addaa WMOf deeggarsa taasiisan Sifen Megersa Mar 21, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC) – Godinaaleen Oromiyaa garaagaraa manneen barnootaa bultii addaa Waldaa Misooma Oromiyaa’f deeggarsa taasiisaniiru. Godinaaleen Arsii lamaan, Jimmaa…
Idil Addunyaa Kirkira Lafaa muudateen qabeenyi Doolaara biiliyoona 104tti tilmaamamu barbadaa’uu Turki ibsite Sifen Megersa Mar 21, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC) – Kirkira Lafaa Guraandhala 6 biyyattii muudateen qabeenyi Doolaara biiliyoona 104tti tilmaamamu barbadaa’uu Turki beeksifteerti. Balaa akka kanaa…
Oduu biyya keessaa Godina Daawaatti lammiileen kumni 121ol deeggarsa yeroo ariifachiisaa barbaadu jedhame Sifen Megersa Mar 21, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC) – Naannoo Somaalee Godina Daawaatti lammiileen kumni 121 deeggarsa midhaan nyaataa yeroo ariifachiisaa barbaadu jedhameera. Godina Daawaatti…
Biiznasii Sochiin paarkiiwwan indaastirii jajjabeessaadha-Miseensota Mana Maree Dhimma Daldala Alaa Ameerikaa Debela Tadesse Mar 21, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC)- Sochiiwwan hojii paarkiiwwan indaastirii jajjabeessaa ta’uu Miseensonni Mana Maree Dhimma Daldala Alaa Ameerikaa ibsan. Ityoophiyaatti Gareen…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii hoggantoota olaanoo naannolee garaagaraatti gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Mar 21, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC)-Waltajjiin marii hoggantoota olaanoo naannolee garaagaraatti gaggeeffamuu eegaleera. Haaluma kanaan waltajjiin marii Waajjira Paartii Badhaadhinaa…
Ispoortii Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Giinii waliin qabu taphachuuf gara Moorookoo… Sifen Megersa Mar 21, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Afrikaa Giinii waliin qabu taphachuuf gara Moorookoo imaleera. Jilli garichaa…
Oduu biyya keessaa Saayintistii beekkamaan Eeggumsa naannoo Dooktar Tawaldee Birihaan boqotan Sifen Megersa Mar 21, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC) – Saayintistii beekkamaan dhimma Eeggumsa naannoo Dooktar Tawaldee Birihaan Gabra Igzi'aabheer Addunyaa kanarraa du’aan boqotaniiru. Saayintistichi…
Oduu biyya keessaa Hariiroo seena qabeessa Itoophiyaafi Yaman haaromsuun barbaachisaadha- Obbo Dammaqaa Makonnin Ayana Dheressa Mar 20, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2015 (FBC) – Hariiroo seena qabeessa Itoophiyaafi Yaman hariiroo uummataa haalaan fayyadamuun haaromsuun barbaachisaa ta’uu Ittaanaan Muummee Ministiraafi…