Godinia Arsii Lixaatti miseensonni Ishuraansii Fayyaa kumni dhibbi 4fi kumni 80 ol horatamuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 6, 2015(FBC)- Godinia Arsii Lixaatti bara kana baatiiwwan darbanitti miseensonni Ishuraansii Fayyaa kumni dhibbi 4fi kumni 80fi 489 horatamuu waajjirri eegumsa fayyaa…