Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Dohaa galan Sifen Megersa Mar 5, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad yaa'ii biyyoota guddataa jiranii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii gaggeeffamurratti hirmaachuuf Kuwaataar Dohaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Makonnin abbootii qabeenyaa Azarbaajaan waliin mari’atan Ayana Dheressa Mar 4, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin abbootii qabeenyaa Azarbaajaan waliin mari’achuu ibsame. Obbo…
Oduu biyya keessaa Naannoo Harariitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 9 darbuu ibsame Ayana Dheressa Mar 4, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2015(FBC)- Naannoo Hararii aanaa Soofii bakka Harawee Saaltoo jedhamutti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 9 darbuu ibsame. Balichi konkolaataa fe’umsaa…
Oduu biyya keessaa Jilli hoggantoota olaanoo Gambeellaa hoggantoota olaanoo Sudaan Kibbaa naannawaa daangaa Gaambeellaa… Ayana Dheressa Mar 4, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2015(FBC)- Jilli hoggantoota olaanoo Gambeellaa hoggantoota olaanoo Sudaan Kibbaa naannawaa daangaa Gaambeellaa jiran waliin Sudaan Kibbaa magaalaa Juubaatti…
Biiznasii Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 195 to’atamuu ibsame Ayana Dheressa Mar 4, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2015(FBC)- Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 1fi miiliyoona 95tti shallagaman to’atamuu Komishiniin Gumruukaa ibse. Komishinichi hordoffii…
Oduu biyya keessaa Barattoota Mana Barumsaa Bultii Addaa WMO bara 2014tti qormaata kutaa 12ffaa fudhataniif… Ayana Dheressa Mar 4, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2015(FBC)- Barattoota Mana Barumsaa Bultii Addaa Waldaa Misooma Oromiyaa barattota bara 2014tti qormaata kutaa 12ffaa qoramaniif Magaalaa Adaamaatti Sirna…
Oduu biyya keessaa Dhiyeessiin deeggarsa namoomaa fooyya’iinsa agarsiisus fedhii jiru waliin wal hin simu- Jiraattota… Ayana Dheressa Mar 4, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2015(FBC)- Waliigaltee nageenyaa hordofee dhiyeessiin deeggarsa namoomaa fooyya’iinsa agarsiisus fedhii jiru waliin wal hin simu jedhan jiraattonni naannoo…
Idil Addunyaa Chaayinaan kuufama gaaziifi boba’aa guddaa argachuu beeksiste Ayana Dheressa Mar 4, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2015(FBC)- Chaayinaan kuufama gaaziifi boba’aa guddaa ta’e argachuu beeksisteetti. Kuufamni gaaziifi boba’aa kun naannawaa maddisiisa boba’aa Boozhoong 26-6…
Oduu biyya keessaa Gamaaggamni Raawwii karoora baatiiwwan 6 darbanii dhaabbilee miidiyaafi kominikeeshinii federaalaafi… Ayana Dheressa Mar 4, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2015(FBC)- Gamaaggamni Raawwii karoora baatiiwwan 6 darbanii dhaabbilee miidiyaafi kominikeeshinii federaalaafi naannolee gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.…
Fayyaa Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa naannoo Tigraayitti deeggarsa qorichaafi galtee yaala fayyaa meetirk… Ayana Dheressa Mar 4, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2015(FBC)- Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa naannoo Tigraayitti deeggarsa qorichaafi galtee yaala fayyaa meetirk toonii 70 taasisuu dameen dhaabbatichaa Shireetti argamu…