Jilli Obbo Eeliyaas Kadiriin durfamu Godina Arsiitti hojiiwwan misoomaa daawwate
Finfinnee, Guraandhala 2, 2015 (FBC)- Jilli Ittaanaa Hoggaanaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Eeliyaas Kadiriin durfamu Godina Arsii Aanaalee garaagaraa keessatti hojiiwwan misoomaa daawwate.…