Oduu biyya keessaa Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa kennamuu eegale Debela Tadesse Oct 10, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2015 (FBC)- Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa kennamuu eegaleera. Qormaatichis nageenyummaan isaa eegamee walirraa hannaa qormaataa tokko malee akka kennamuuf…
Oduu biyya keessaa Barattoonni Shamarranii qormaata fudhachuuf Yuunivarsiitii erga seenanii booda dahan yeroo itti aanu… Sifen Megersa Oct 9, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) - Barattoonni Shamarranii qormaata fudhachuuf Yuunivarsiitii erga seenanii booda daa'ima dahan yeroo itti aanu kan qoraman ta'uu Tajaajilli Madaallii…
Ispoortii Arsenaal 3 – 2 Liivar Puul Sifen Megersa Oct 9, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) - Taphni Piriimaayeer Liigii Ingilaand Arsenaalii fi Liivar Puul gidduutti gaggeeffame olaantummaa Arsenaaliin xumurame. Taphoota Piriimayeer Liigii…
Ispoortii Tapha Seekaafaan Sudaan Kibbaa Walakkaa xumuraaf dabarte Sifen Megersa Oct 9, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) - Tapha Kubbaa miilaa Giddu galaa fi Baha Afrikaa umrii waggaa 17 gadii qopheessummaa Ityoophiyaan gaggeeffammaa jiruun Sudaan Kibbaa walakkaa xumuraaf…
Oduu biyya keessaa Harargee Lixaatti qonna jallisii boneen lafa hektaara kuma 21fi 500 irratti qamadii misoomsuuf… Sifen Megersa Oct 9, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) - Godina Harargee Lixaatti qonna jallisii bonee bara kanaan lafa hektaara kuma 21fi 500 irratti qamadii misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa…
Oduu biyya keessaa Naannoon Somaalee oomisha Qamadii mataa isaan hongee ittisuuf dandeettii horateera – Obbo… Sifen Megersa Oct 9, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) - Naannoon Somaalee oomisha Qamadii mataa isaan hongee ittisuuf dandeettii horachuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Musxafee Mahaammad ibsan. Obbo…
Oduu biyya keessaa Harargee Bahaatti Bishingaan Sanyii filatamaa lafa hektaara kum 1 fi 200 ol irratti misoomaa jira Sifen Megersa Oct 9, 2022 0 Harargee Bahaatti Bishingaan Sanyii filatamaa lafa Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) - Godina Harargee Bahaatti Bishingaan Sanyii filatamaa lafa hektaara kuma 1 fi 200 ol irratti misoomaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan Jiibuutiif Biqiltuuwwan kuma 62 laatte Sifen Megersa Oct 9, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) - Ityoophiyaan yeroo 3ffaaf Jiibuutiif Biqiltuuwwan kuma 62 laatteerti. Ityoophiyaan bu'uura karoora Ashaaraa magariisaa biyyoota ollaatti babl'isuu…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Koree Hojii Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa giddu gala Horsiisa Gaalaa Faafanitti… Sifen Megersa Oct 9, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) - Miseensonni Koree Hojii Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa giddu gala Horsiisa Gaalaa ammayyaa Godina Faafanitti argamu daawwataniiru. Miseensonni…
Oduu biyya keessaa Godina Arsii lixaatti Dhaabbanni barumsa ijoollee jedhamu mana kitaabaa Birrii miiliyoona 2… Sifen Megersa Oct 9, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) - Godina Arsii lixaa Aanaa Adaabbaatti Dhaabbanni Barumsa ijoollee jedhamu mana kitaabaa Birrii miiliyoona 2 ijaarsiise eebbisiiseera.…