Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Walloo baratoota kuma 1 fi 394 eebbisiise Debela Tadesse Nov 12, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2015 (FBC) – Yuunivarsiitiin Walloo baratoota muummee garaagaraattiin barsiisaa ture kuma 1fi 394 guyyaa har’aa ebbisiiseera. Yuunivarsiitichi baratoota idilee,…
Oduu biyya keessaa Tapha Piriimerliigichaa torbee 7ffaan taphoonni 4 yeroo hinmurteeffamneef dheeratan Debela Tadesse Nov 12, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2015 (FBC) – Tapha Piriimer Liigii Beetkiingi torbee 7ffaan taphoonni 4 yeroo hinmurtoofneef dheereffamuun ibsame. Taphoonni kunneenis, haala qilleensaa Dirree…
Oduu biyya keessaa Kooriidaaroonni deeggarsa namoomaa Naannoo Tigraay hundi banamuun ibsame Debela Tadesse Nov 11, 2022 0 Finfinne, Sadaasa 2, 2015 (FBC)- Kooriidaroonni deeggarsa namoomaa Naannoo Tigraay geessuu hundi banamuu Koomishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Ityoophiyaa beeksise. Deeggarsichi daandii…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xurunee gitaa isaanii Somaaliyaa waliiin nageenyaa naannawaa mirkaneessuurratti… Debela Tadesse Nov 11, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2015 (FBC)– Daayrektara Olaanaa Eejensii Nageenyaa Odeeffannoo Biyyaalessaa Obbo Tamasgeen Xurunee gita isaanii Somaaliyaa Mahaadii Saalaad walin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Hoggansi ittigaafatamummaa uummataafi mootummaan itti laatame kutannoon ba’achuu qaba- Obbo Ordiin… Ayana Dheressa Nov 11, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 02, 2015(FBC)- Hoggansi ittigaafatamummaa uummataafi mootummaan itti laatame kutannoon ba’achuu akka qabu Pireezidaantiin naannoo Hararii Obbo Ordiin Badriin yaadachiisan.…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Makooniin Dubaayitti Waajjira Jeneraala Qonsilaa Ityoophiyaa dawwatan Ayana Dheressa Nov 11, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 02, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makooniin Dubaayitti Waajjira Jeneraala Qonsilaa Ityoophiyaa dawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad agarsiisa Albuudaa Idil Addunyaa daawwatan Ayana Dheressa Nov 11, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 02, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad agarsiisa Albuudaafi teekinooloojii "MINTEX" Idil Addunyaa guyyaa kaleessaa baname daawwatan. Agarsiisichi guyyaa…
Oduu biyya keessaa Laabiraatoorii Albuudaa ijaaruuf waliigalteen Birrii biiliyoona 2.6 mallatteeffame Debela Tadesse Nov 11, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2015 (FBC)– Laabiraatoorii Madaallii fi Qorannoo Albuudaa ijaarsisuuf waliigalteen Birrii biiliyoona 2.6 mallatteeffame. Waliigaltichaas dhaabbata ‘SGS Group’ fi…
Biiznasii Kurmaana jalqabaa bara kanaan tajaajila reemitaansiirraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1.3 argamuu… Ayana Dheressa Nov 11, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 02, 2015(FBC)- Kurmaana jalqabaa bara 2015tti tajaajila reemitaansiirraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1.3 argamuu Tajaajilli Diyaaspooraa beeksise. Dabalataanis…
Oduu biyya keessaa Hojiileen kominikeeshinii qajeeltowwan waliigaltee nageenyaa kabajuun hojjetamuu qabu –… Sifen Megersa Nov 11, 2022 0 Finfinne,Sadaasa 2 ,2015 (FBC) – Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa haala waqtaawaarratti hoggantootaa Biiroolee Kominikeeshinii naannoolee fi bulchiinsa magaalotaa waliin mari’ateera.…