Idil Addunyaa Ministirri Alaa Raashiyaa Sargee Laavroov Kaayiroo galan Sifen Megersa Jul 24, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2014 (FBC) - Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Raashiyaa Sargee Laavroov daawwannaa hojiif Missir Magaalaa Kaayiroo galaniiru. Ministirichi turtii isaaniin…
Oduu biyya keessaa Rasaasni karaa seeran alaa Magaalaa Adaamaa seenuuf ture kumni 4 fi 603 to’atame Sifen Megersa Jul 24, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2014 (FBC) - Rasaasni karaa seeran alaa Mataaraa ka'uun Magaalaa Adaamaa seenuuf ture kumni 4 fi 603 to'atamuu Komishiniin Gumurukaa beeksiise. Rasaasni Kilaashii…
Ispoortii Fiigicha meetira kuma 5 Atleet Gudaaf Tsaggaayeen meedaaliyaa Warqee Ityoophiyaaf argamsiifte Sifen Megersa Jul 24, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2014 (FBC) - Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa Ameerikaa Ooriiganitti gaggeeffamaa jiruun fiigicha xumuraa meetira kuma 5 halkan kana dubartoota gidduutti…
Oduu biyya keessaa Gareen Alshabaab karaa Godina Afdeer loo’ee seene guutumaa guutuutti barbadaa’uu… Sifen Megersa Jul 23, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC) - Hidhattoonni garee Alshabaab guyyaa 4 dura naannoo Somaalee karaa Godina Afdeer loo'ee seene iddoo addaa 'Huulhuul' jedhamutti marfamuun guutumaa…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa bara baajataa xumurametti galii Birrii biiliyoona 27 ol walitti… Sifen Megersa Jul 23, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC) - Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa bara baajataa xumurametti galii Birrii biiliyoona 27.72 ol walitti qabuu beeksiiseera. Gurgurtaa Elektirikaarraa…
Fayyaa Maariyyeen Jaldeessaa dhibee yaaddessaa addunyaa ta’aa jira – Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Sifen Megersa Jul 23, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC) - Maariyyeen Jaldeessaa dhibee yaaddessaa addunyaa ta'uu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa hubachiise. Dhibeen Maariyyee Jaldeessaa saffisaan babal'achaa…
Oduu biyya keessaa Fiilmin KEESKOO Eebbifame Ayana Dheressa Jul 23, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Fiilmin KEESKOO magaala Finfinnee Hoteela Eliyaanatti guyyaa har’aa eebbifameera. Qabiyyeen fiilmichaas KEES KOO kan jedhu yoo ta'u aadaa godinaalee…
Oduu biyya keessaa Nageenyi guddinaaf qofa osoo hin taane akka biyyaatti itti fufuuf dhimma murteessaadha jedhame Ayana Dheressa Jul 23, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Nageenyi guddinaaf qofa osoo hin taane akka biyyaatti itti fufuuf dhimma murteessaa waan ta’eef garaagarummaa dhippisuun, wal danda’uun, wal kabajuufi…
Oduu biyya keessaa Abbootiin qabeenyaa kaappitaala Doolaara miiliyoona 49 galmeessisan paarkiiwwan indaastirii… Ayana Dheressa Jul 23, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Bara baajataa 2014tti abbootiin qabeenyaa kaappitaala Doolaara miiliyoona 49 galmeessisan paarkiiwwan indaastirii keessatti hojii eegaluu Korporeeshiniin…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti tajaajilli lammummaa mata duree ” haadha koof mana ijaaree eebba nan fudhadha… Ayana Dheressa Jul 23, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Adoolessa 18 irraa eegalee guutuu Oromiyaatti kenni tajaajila lammummaa mata duree '' haadha koof mana ijaaree eebba nan fudhadha '' jedhuun kan eegalu…