Garee Atileetiksii Itiyoophiyaaf simannaan gootaa taasiifame
Finfinnee, Bitootessa 16, 2017 (FMC) – Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Mana keessaa 20ffaa Chaayinaa Naanjiingitti gaggeeffameerratti hirmaate har’a ganama Finfinnee galeera.…