Oduu biyya keessaa Akkaadaamiin qabeenya kalaqa sammuu baname Ayana Dheressa Jul 4, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Akkaadaamiin qabeenya kalaqa sammuu ifatti banamuu ibsameera. Abbaan Taayitaa Qabeenya Kalaqa Sammuu Ityoophiyaa deeggarsa Dhaabbata Qabeenya Kalaqa…
Idil Addunyaa Deenimaarkitti dhukaasa namni dhuunfaa baneen lubbuun namootaa darbe Ayana Dheressa Jul 4, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Deenimaark magaalaa Kooppenhaagenitti dhukaasa namni dhuunfaa baneen lubbuun namootaa darbuu gabaafame. Magaalaa Kooppenhaageen Giddugala gabaa…
Oduu biyya keessaa Sirna imala gara biyyaa “Iidii hanga Iidii” marsaa 2ffaa kabajuuf diyaaspoorawwan gara… Sifen Megersa Jul 4, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Sirna imala gara biyyaa "Iidii hanga Iidii" marsaa 2ffaa kabajuuf diyaaspoorawwan gara biyyaa galaa jiraachuu ibsameera. Ministir Deetaan…
Oduu biyya keessaa Hundeeffamni Mootummaa Naannoon Sidaamaa waggaa 2ffaan kabajamaa jira Debela Tadesse Jul 4, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Hundeeffamni Mootummaa Naannoo Sidaamaa waggaa 2ffaan Magaalaa Hawaasaatti kabajamaa jira. Saganticharrattii Afyaa’ii naannichaa Aadde Faantaayee…
Oduu biyya keessaa Galaanitti pirojektoonni 53 eebbifaman Debela Tadesse Jul 4, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Magaalaa Galaanittii projeektoonni misoomaa garaagara ijaarsi isaanii xumurame 53 eebbifamaniiru. Pirojektoonni kunneen hirmaannaa ummataa fi…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin bishaan, nyaataa fi inarjiirratti xiyyeeffate Finfinneetti gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Jul 4, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) - Yaa’iin idil addunyaa wabii nyaataa, bishaanii fi inarjiirratti xiyyeeffate Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Yaa’ichi Yuunivarsiitii…
Oduu biyya keessaa Sagantaan jalqabsiisa duula Ashaaraa magariisaa Liigii Dargaggootaa Paartii Badhaadhinaa… Ayana Dheressa Jul 4, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Sagantaan jalqabsiisa duula Ashaaraa magariisaa fi walga’iin koree giddugaleessaa Liigii Dargaggootaa Paartii Badhaadhinaa magaalaa Dabra Birhaanitti…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Bahaatti biqiltuu sanyii filatamaa Avokaadoo… Ayana Dheressa Jul 4, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Bahaa aanaa Lumeetti biqiltuu sanyii filatamaa Avokaadoo…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti qormaanni Kutaa 8ffaa kennamuu eegale Ayana Dheressa Jul 4, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti qormaannii kutaa 8ffaa bara 2014 Waxabajjii 27 - 29 kennamu bakka hundatti haala gaariin jalqabuu Biiroon Barnootaa Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Cimnee yoo dhaabbanne qormaatileen carraalee guddinaati-MM Abiy Ahima Debela Tadesse Jul 4, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Cimnee yoo dhaabbanne qormaatileen carraalee guddinaati jechuun Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan. Muummeen Ministiraa toora Tiwiitaraan…