Oduu biyya keessaa Ityoophiyaafi Raashiyaan hariiroo isaanii guddisuuf waliigalan Ayana Dheressa Dec 8, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)- Ityoophiyaafi Raashiyaan hariiroo gamlamee isaanii guddisuuf waliigalan. Walga’iin Komishinii Waloo Ministirootaa biyyoota lameenii magaalaa…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa, Dhimmoota Badhaadhina Waloofi Misoomaa Ingiliz waliin… Ayana Dheressa Dec 8, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa, Dhimmoota Badhaadhina Waloofi Misoomaa Ingiliz Jeems Kileevarliin waliin mari’atan. Muummeen…
Fayyaa Waldaaleen lameen haala kenniinsa tajaajila Hospitaala Dajjaamzaach Baalchaa ammayyeessuun… Ayana Dheressa Dec 8, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)- Waldaaleen qaxxaamura diimaa Ityoophiyaafi Raashiyaa haala kenniinsa tajaajila Hospitaala Dajjaamzaach Baalchaa ammayyeessuun danda’amurratti mari’atan.…
Ispoortii Leenjisaan Garee Biyyaalessaa Ispeen Luwiis Enariikeen leenjisummaa isaaniirraa gaggeeffaman Ayana Dheressa Dec 8, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)- Leenjisaan Garee Biyyaalessaa Ispeen Luwiis Enariikeen leenjisummaa isaaniirraa gaggeeffamuu Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ispeen beeksise. Ispeen tapha…
Oduu biyya keessaa Guyyaan sabaa fi sablammootaa Hawaasaatti kabajame nagaan xumurame Debela Tadesse Dec 8, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)- Qopheessummaa Naannoo Sidaamaan har’a kan kabajame guyyaan sabaa fi sablammoota ummattootaa 17ffaan rakkoo nageenyaa tokko malee nagaan xumuramu Biiroon…
Oduu biyya keessaa Komishinar jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eel Pireezidaantii Gamtaa Ajajoota Poolisii Gaanfa… Debela Tadesse Dec 8, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)- Komishinarri Jeneraal Koomishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’eel Pireezidaantii Gamtaa Ajajoota Poolisii Gaanfa Afrikaa ta’uun filataman…
Oduu biyya keessaa Guyyaan HIV Eedsii sadarkaa Oromiyaatti Magaalaa Mojootti kabajame Debela Tadesse Dec 8, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)- Guyyaan HIV Eedsii sadarkaa Oromiyaatti mata duree “Tatamsa'ina HIV dhaabuuf haa qoratamnu; kan hafanis haa qaqqabnu” jedhuun Magaalaa Mojootti…
Oduu biyya keessaa Koreen farraa malaanmaltumaa Miseensota 5 qabu Naannoo Kibbaatti hundaa’e Debela Tadesse Dec 8, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaa naannichatti hannaa fi hojmaata badaarratti qabsaa’uuf koree farraa malaanmaltummaa miseensota shan qabu…
Oduu biyya keessaa Tokkummaa sabdaneesummaa mirkaneesuun dhimma filamaata barbaadu miti- Afyaa’ii MMF Debela Tadesse Dec 8, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)-Tokkummaa sabdaneesummaa mirkaneesuun dhimma filamaataaf dhiyaatuu akka hintaane Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyawu Tashaagar ibsan. Obbo…
Oduu biyya keessaa Qeenxeen mul’achuuf utuu hintaanee waloon miidhaguuf yaadaa fi hubannoo qajeelaa barbaachisa-MM Abiy… Debela Tadesse Dec 8, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)- Qeenxeen caalmaan mul’achuuf utuu hintaanee waloon miidhaguuf yaadaa fi hubannoo qajeelaa barbaachisa jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.…