Raashiyaa fi Yuukreen sarara daddabarsa namoomaa qopheessuuf waliigalan
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC) – Raashiyaa fi Yuukreen walga’ii 2ffaa guyyaa kaleessaa Beelaaruusitti gaggeessaniin lammiileen naannawaa waraanaa keessaa akka ba’aniif sarara…