Yuunivarsiitiiwwan barattoota qormaata kutaa 12ffaa fudhatan simachaa jiru
Finfinnee, Fulbaana 26, 2015(FBC)- Yuunivarsiitiiwwan garaagaraa barattoota qormaata kutaa 12ffaa fudhatan simachaa jiru.
Akka sagantaan qormaataa bahe mul’isutti qormaanni kutaa 12ffaa…