Ayyaana jijjiirama baraa Kafichoo Yuuniiskootti galmeessisuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Fulbaana 10, 2015(FBC)- Ayyaana jijjiirama baraa saba Kafichoo Yuuniiskootti galmeessisuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame.
Ayyaanni jijjiirama baraa saba kafichii magaalaa…