Magaalaa keessatti bakka gurgurtaa Qonnaan Bulaaf mijeessuuf ni hojjetama jedhame
Finfinnee, Adoolessa 19, 2014( FBC)- Biiroon Misooma Magaalaafi Manneenii Oromiyaa,Bulchiinsa Magaalotaafi Godinaalee waliin raawwii hojii bara 2014 magaalaa Adaamaatti gamaaggamaa jira.…