Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 18ffaarratti Ityoophiyaan sadarkaa 2ffaan xumurte
Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Oroganitti gaggeeffamerratti Ityoophiyaan meedaaliyaawwan Warqee 4, Meetii 4 fi Nahaasaa 2 argaachuun addunyaarraa…