Namoonni dhuunfaa daa’ima dhibee kalee dhukkubsatee fakkeessuun ittiin kadhataa turan to’annaa jala…
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC)- Namoonni dhuunfaa daa’ima dhibee kalee dhukkubsatee fakkeessuun ittiin kadhataa turan to’annaa jala ooluu Waajjirri Bulchiinsa kutaa Magaalaa Gullallee…