Oduu biyya keessaa Balaa tiraafikaa muudateen lubbuun namoota 20 darbe Sifen Megersa Jan 24, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) - Konkolaataan deddeebisa ummataa Ibinaatii gara Saqoxaa imalaa ture tabba keessatti kufuun lubbuun namoota 20 darbuu ibsame. Konkolaataan…
Oduu biyya keessaa Hongeen godina Booranaatti mudate jireenya hawaasaarratti balaa aggaamuu ibsame Ayana Dheressa Jan 24, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) – Hongeen godina Booranaatti mudate miidhaa beelladarraan ga’een cinaatti jireenya hawaasaarratti balaa aggaamuu haawaasni godinichaa ibsan. Miidhaa…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Addisuu Araggaan durfamu hojiilee misooma magaalaa Adaamaatti hojjetamaa jiran daawwataa… Obse Wakgari Jan 24, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC)- Jilli Sadarkaa Preezdaantii Itti aanaatti Qindeessaan Kilaastara Magaalaa Oromiyaa Obbo Addisuu Araggaan durfamu Magaalaa Adaamaatti hojiilee misooma…
Oduu biyya keessaa Gamaaggamni raawwii hojii Paartii Badhaadhinaa fi mootummaa gaggeeffamaa ture xumurame Obse Wakgari Jan 24, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC)- Waltajjiin gamaaggama raawwii hojii Paartii Badhaadhinaa fi Mootummaa guyyoota sadan darbaniif Adaamaatti geggeeffamaa ture xumurameera. Raawwiin hojii…
Ispoortii Ityoophiyaa 0 – 1 Taanzaaniyaa Sifen Megersa Jan 23, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC) - Gareen kubbaa miilaa dubartootaa biyyaalessaa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gita isaa Taanzaaniyaan injifatame. Tapha har'a Zaanzibaaritti…
Oduu biyya keessaa Sirni eebba Gamoo Mana Qopheessa Magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Jan 23, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC)- Haaromsi taasifamaafi kan turee sirni eebbaa Gamoo Mana Qopheessa Magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa jira. Seenaa qabeessaa fi bifa magaalichaa kan ta’ee…
Oduu biyya keessaa ABUT weerara damee indaastiriwwan irratti raawwateen qabeenyi Birrii biiliyoona 3.1 olitti… Obse Wakgari Jan 23, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC)- Gareen Shororkeessa ABUT weerara damee indaastiriwwan olaanoo fi gidduugaleessa qofa irratti raawwateen qabeenya Birrii biiliyoona 3.1 olitti tilamamamuu…
Oduu biyya keessaa Sudaan waliin walitti dhufeenyaan hojjechuu akka qabnu waliigalteerraa geenyee-Dooktar Abrahaam… Obse Wakgari Jan 23, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC)- Sudaan waliin hariiroo biyyoota lamaaniirratti walitti dhufeenyaan hojjechuu akka qabnu waliigalteerra geenyeerra jechuun Ministirri Ministeera Raayyaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebee qaamolee fiigichi guddicha nagaan akka xuramuuf gumaachan galateeffatan Obse Wakgari Jan 23, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC)- Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee qaamolee fiigichi guddichii Ityoophiyaa 13ffaan guyyaa har’a magalichatti gaggeeffamee nagaan akka…
Oduu biyya keessaa Humni nagaa kabachiisa Abiyee ergamaasa ga’umsaan ba’aachaa jiraachuu ibsame Obse Wakgari Jan 23, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC)- Humni Nagaa Kabachiisa Ityoophiyaa, Sudaan Abiyeetti argamu Ergama Nageenya eegsisuu itti kenname qophaa’ummaa loltummaa amansiisa ta’een itti fufsiisa…