Oduu biyya keessaa Carraan manneen waliin jireenyaa tibba darbe ba’e haqame Sifen Megersa Jul 13, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Carraan manneen waliin jireenyaa 20/80 fi 40/60 tibba darbe ba’e haqamuu Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee beeksise. Kantibaan Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Haalli qilleensaa fuulduratti jiraatu balaa lolaa hordofsiisuu waan maluuf hawaasni akka of eeggatu… Debela Tadesse Jul 13, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Haalli qilleensaa fuulduratti jiraatu naannawaa tokko tokkotti balaa lolaa tasaa hordofsiisuu waan maluuf hawaasni of eeggannoo akka taasisu…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Jaappaan lammiilee hongeen midhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa Doolaara miiliyoona 6.5… Sifen Megersa Jul 13, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Mootummaan Jaappaan naannoo Somaaleetti lammiilee hongeen midhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa Doolaara miiliyoona 6.5 baasu taasiiseera.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Jaappaan waliigaltee deeggarsaa Doolaara miiliyoona 3.5 mallatteessan Debela Tadesse Jul 13, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Jaappaan waliigaltee deeggarsaa Doolaara miiliyoona 3.5 mallatteessaniiru. Waliigaltee deeggarsaa kanas Ministirri Ministeera Maallaqaa…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa Boru walga’ii idilee ni gaggeessa Sifen Megersa Jul 13, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii Boru Walga’ii Idilee 2ffaa bara hojii 1ffaa waggaa 6ffaa ni gaggeessa jedhame. Manni Marichaa dhimmoota adda…
Oduu biyya keessaa Ganna kana tola ooltummaan lammiileen dhiigaa akka arjooman waamichi dhiyaate Debela Tadesse Jul 13, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Tajaajila tola ooltummaan waqtii Gannaa kanaan hanqinni dhiigaa akka hinmudanneef lammiileen dammaqinaan dhiiga akka arjooman waamichi dhiyaate.…
Biiznasii Biiroon Geejjibaa magaalaa Finfinnee boruu eegalee sirreeffama taarifaa taasise Sifen Megersa Jul 13, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Biiroon Geejjibaa magaalaa Finfinnee daballii gatii boba’aa tibbana taasiifame bu’uura gochachuun boruu eegalee sirreeffama taarifaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan paabilik dippiloomaasii cimaa hojiirra oolchuuf qophaa’aa jiaachuu ibsame Debela Tadesse Jul 13, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan waggoottan itti aanaan paabilk dippiloomaasii cimaa hojiirra oolchuuf qophaa’aa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise. Daayrektarri…
Oduu biyya keessaa Gaaffilee Ummataa biraa ka’anii fi furmaata isaanirratti mariin gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jul 13, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa gaaffilee Ummataa biraa ka’anii fi furmaata isaanirratti qaama hojii raawwachiiftuu waliin…
Biiznasii Naannoo Gaambeellaatti Boba’aan liitirri kumni 15 mana nama dhuunfaa keessatti kuufamee ture… Sifen Megersa Jul 13, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Naannoo Gaambeellaatti Boba’aan liitirri kumni 15 seeraan ala mana nama dhuunfaa keessatti kuufamee ture to’atamuu Biiroon Daldalaa fi…