Idil Addunyaa Shiinzoo Abbeen boqotan Debela Tadesse Jul 8, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) –Muummeen Ministiraa Duraanii Jaappaan Shiinzoo Abbeen rasaasaan rukkutamanii kan ganama har’aa hospitaala galan boqochuun gabaafame. Shiinzoo Abbeen,…
Idil Addunyaa Poolisii Joorj Filooyidiin ajjeesetti hidhaan dabalataa waggaa 20 murtaa’e Ayana Dheressa Jul 8, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Poolisii Joorj Filooyidiin ajjeese Deereek Chooviinitti hidhaan dabalataa waggaa 20 murtaa’uu gabaafam. Poolisii bulchiinsa Miiniyaa haala…
Oduu biyya keessaa Ayyaanichi nageenyaan akka xumuramuuf qophii gahaa taasisuu Poolisiin Federaalaa beeksise Debela Tadesse Jul 8, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Adahaa rakkoo nageenyaa tokko malee guutuu biyyattiitti nagaan akka kabajamuuf qaamolee nageenyaa biroo waliin qindoominaan qophii gahaa…
Oduu biyya keessaa Dodolaatti Manni Barumsaa Afaan Chaayinaa, Faransaayii fi Arabaa dabalataan barsiisu eebbifame Debela Tadesse Jul 8, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Manni Barumsa Ifa Boruu Bultii Addaa Dodolaa baasii Birri miiliyoona 350 oliin ijaarame bakka Pireezdantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Hojjettoonni Waajjira Muummee Ministeeraa fi Paarkii Tokkummaa hojii tola ooltummaa gannaaf dhiiga… Ayana Dheressa Jul 8, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Hojjettoonni Waajjira Muummee Ministeeraa fi Paarkii Tokkummaa hojii tola ooltummaa gannaaf dhiiga arjoomaniiru. Sagantaa dhiiga arjoomuu kanarratti…
Oduu biyya keessaa Abbootiin amantaa Naannoo Harariitti Naannawaa ayyaanni Iid Al Adahaa itti kabajamu waloon… Debela Tadesse Jul 8, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Naannoo Harariitti Abbootiin amantaa fi hordoftoonni naannawaa ayyaanni Iid Al Adahaa itti kabajamu waloon qulqulleessaniiru. Sirna kanarratti kan…
Oduu biyya keessaa Taajaajilli eeyyama ijaarsaa fi itti fayyadama gamoo oonlaayinii kennamuu eegale Debela Tadesse Jul 8, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Abbaan Taayitaa To’annoo Fi Eeyyamaa Ijaarsaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee, taajaajila eeyyama ijaarsaa fi itti fayyadama gamoo oonlaayiniin kennuu…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Sirna Teeknooloojii ittiin manneen waliin jireenyaa carraan itti… Ayana Dheressa Jul 8, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Sirna Teeknooloojii ittiin manneen waliin jireenyaa carraan itti baafaman itti hordofu bakka taajjabdoonniifi qaamoleen…
Idil Addunyaa Walga’iin Ministiroota Dhimma Alaa biyyoota ‘G20 fi Common Wealth’ Indooneezhiyaa fi… Ayana Dheressa Jul 8, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Walga’iin Ministiroota Dhimma Alaa biyyoota Garee 20 fi ‘Common Wealth’ Indooneezhiyaa bulchiinsa Baalii fi Taajaakistaan Madiinaa Duushaanbeetti…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Shibbiruun Ministira Ministeera Dhimma Alaa Taanzaaniyaa waliin dhimmoota… Ayana Dheressa Jul 8, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Taanzaaniyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Shibbiruu Maammoon Ministira Ministeera Dhimma Alaa Taanzaaniyaa Liibraataa Muulaamuulaa fi…