Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 24 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 29,2014 (FBC)- Guyyaa hardhaa lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 24 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa beeksise.…