Waajabila Faanaa Aanaa Daalochaatti re’een miila lamaa dhalatte Debela Tadesse Jun 30, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Godina Silxee Aanaa Daalochaatti re’een tokko haala hinbaratamneen ilmoo miila lama qabdu dhaluun eerame. Re’een kunis deeggarsaa Ogeeyyii Kilinika…
Oduu biyya keessaa Hospitaalli Galaanaa Birrii miiliyoona 65 oliin ijaarame eebbifame Debela Tadesse Jun 30, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Gujii Lixaatti Hospitaala Sadarkaa jalqabaa Galaanaa eebbisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Biyyattiitti tarkaanfiin olaantummaa seeraa nageenyaa waaraa fi amansiisaa mirkaneessuuf fudhatamu… Debela Tadesse Jun 30, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Biyyattiitti, tarkaanfiin olaantummaa seeraa, nageenyaa waaraa fi amansiisaa mirkaneessuuf fudhatamuu, cimee itti fufuu Waajjirri Muummee Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan karoora biyyaalessaa ishee galmoota ajandaa 2063 walsimsiisuun hojiirra oolmaa isaaf… Debela Tadesse Jun 30, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan karooraa biyyaalessaa isheen galmoota ajandaa 2063 walsimsiisuun hojiirra oolmaa isaaf hojjechaa jirti jedhan Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Namni dhuunfaa shuguxii 15 konkolaataa keessa dhoksuun socho’aa ture to’atame Ayana Dheressa Jun 30, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Namni dhuunfaa shuguxii 15 konkolaataa keessa dhoksuun socho’aa ture to’atamuu ibsame. Poolisiin magaalaa Finfinnee fi Tajaajilli Nageenya…
Oduu biyya keessaa Kaayyoon guddaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa ummata Oromoo diinagdeedhaan mataa olqabuudha- Obbo… Ayana Dheressa Jun 30, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Kaayyoon guddaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa ummata Oromoo diinagdeedhaan mataa olqabuu ta’uu Preezdaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Dargaggoonni hojii boonsaa biyya kabachiisuun hojjetan gama misoomaan irra deebi’aa jiru jedhame Ayana Dheressa Jun 30, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Dargaggoonni hojii boonsaa birmadummaa biyyaa kabachiisuun hojjetan gama misoomaan irra deebi’aa jiraachuu Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi…
Oduu biyya keessaa Duukamitti pirojektoonni 38 Birrii miiliyoona 600 oliin ijaaraman xumuramuun eebbifaman Debela Tadesse Jun 30, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Bulchinsa Magaala Duukamitti piroojektoota bara 2014 keessaa hojjetaman keessaa pirojektoonni 38 Birrii miiliyoona 600 oliin ijaaraman eebbifamaniiru.…
Idil Addunyaa NATOn Fiinlaandii fi Siwiidiiniin miseensaa dhaabbatichaa akka ta’aniif murteesse Ayana Dheressa Jun 30, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – NATOn Fiinlaandii fi Siwiidiiniin miseensaa dhaabbatichaa akka ta’aniif murteessuu gabaafame. Dhaabbatichi Ispeen magaalaa Maadriiditti yaa’iisaa…
Oduu biyya keessaa Naannichatti hojiiwwan nageenyaa fi tasgabbii mirkaneessuu cimee kan itti fufu ta’uu ibsame Ayana Dheressa Jun 30, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Naannoo Harariitti hojiiwwan nageenyaa fi tasgabbii mirkaneessuu fi seera kabachiisuu cimee kan ittu fufu ta’uu Mootummaan naannichaa beeksiseera.…