Oduu biyya keessaa Biqiltuun biiliyoonni 2.7 qophaa’ee kunuunfamaa jiraachuu ibsame Sifen Megersa Mar 21, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC) – Biqiltuun biiliyoonni 2.7 qophaa'ee kunuunfamaa jiraachuu Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisan ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Ajajni Lixaa duula birmadummaa seera kabachiisuu hanga duula Tokkummaa Sabdaneessatti injifannoo… Sifen Megersa Mar 21, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC) – Ajajni Lixaa duula birmadummaa seera kabachiisuu hanga duula Tokkummaa Sabdaneessatti injifannoo olaanaa galmeessuu Itti aanaan Itaamaajoor…
Oduu biyya keessaa Rakkoo nageenyaa Naannoo Oromiyaa furuuf hawaasa hirmaachisuun hojjetamaa jira – Shafii Huseen Sifen Megersa Mar 21, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC) – Rakkoo nageenyaa Naannoo Oromiyaa furuuf hawaasa hirmaachisuun xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu, Hogganaan Biiroo Bulchiinsaafi…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Walloo barattoota simachuu eegale Sifen Megersa Mar 21, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC) – Sababa weerara garee shororkeessaa ABUTtiin hojii dhaabee kan ture Yuunvarsiitiin Walloo adeemsa baruu fi barsiisutti deebi’uuf barattoota…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Turizimii Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa waliin hojjechuuf marii taasiise Sifen Megersa Mar 21, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC) – Ministeerri Turizimii Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa waliin qindoominaan hojjechuuf marii taasiise. Jilli Ministira…
Idil Addunyaa Chaayinaan deeggarsa namoomaa doolaara miiliyoona 1.6 Yuukreeniif taasisuufi Obse Wakgari Mar 21, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC)- Chaayinaan deeggarsa namoomaa doolaara Ameerikaa miiliyoona 1.6 Yuukreeniif akka taasiftuu Ministeerri Dhimma Alaa Chaayinaa ibseera. Dubbi Himaan…
Oduu biyya keessaa Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan Daayrektara olaanaa Baankii… Ayana Dheressa Mar 21, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan Daayrektara olaanaa Baankii Addunyaa Taawufiilaa Niyaamaadzaaboo waliin mari’atan.…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Afaar yaa’ii idilee gaggeessuu eegale Sifen Megersa Mar 21, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Afaar yaa’ii idilee 1ffaa, bara hojii 1ffaa marsaa 6ffaa har’a Magaalaa Samaraatti gaggeessuu eegaleera.…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ityoophiyaan Shaampiyoonaa Atleetiksii mana keessaa Beelgireeditti gaggeeffameen 1ffaa ba’uu… Obse Wakgari Mar 21, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ityoophiyaan Shaampiyoonaa Atleetiksii mana keessaa Beelgireeditti gaggeeffameen 1ffaa ba’uu hordofe ergaa baga…
Oduu biyya keessaa Obbo Binnaalf Andu’aaleem dhaabbileen amantaa nageenya waaraa buusuuf qooda olaanaa qabu jechuun… Obse Wakgari Mar 21, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Nageenyaa Obbo Binnaalf Andu’aaleem hoggantoota boordii yaa’ii dhaabbilee amantaa waliin mari’ataniiru. Marichaanis dhaabbileen…