Ispoortii Ityoophiyaa 0 -3 Gaanaa Sifen Megersa Mar 13, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Gareen kubbaa miilaa dubartootaa biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gulaallii Waancaa Addunyaaf har'a gita isaa Gaanaa waliin taphateen…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin jalqabaa Paartii Badhaadhinaa koree giddu galeessaa fi hojii raawwachiiftuu filate Sifen Megersa Mar 13, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Yaa'iin jalqabaa Paartii Badhaadhinaa koree giddu galeessaa miseensota 225 qabuu fi koree hojii raawwachiiftuu miseensota 45 filachuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa yaa’ii idilee 2ffaa Bitootessa 10, 2014 irraa eegalee kan geggeessu… Ayana Dheressa Mar 13, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) –Caffeen Oromiyaa yaa'ii Idileesaa 2ffaa waggaa 1ffaa bara hojii Caffee 6ffaa Bitootessa 10,2014 irraa eegalee galma Caffeetti kan gaggeessu ta'uu…
Ispoortii Naannoon Oromiyaa waldorgommii Atileetiksii guddattoota biyyaalessaa olaantummaan goolabe Ayana Dheressa Mar 13, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Naannoon Oromiyaa waldorgommii Atileetiksii guddattoota biyyaalessaa olaantummaan goolabeera. Waldorgommii Atileetiksii guddatootaa Umurii 20 gadii…
Oduu biyya keessaa Naannolee Oromiyaa fi Somaaleetti beelladoonni miiliyoonni 1 ol talaalchifamuu ibsame Ayana Dheressa Mar 13, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Naannolee Oromiyaa fi Somaalee bakkeewwan hongeen miidhamanitti talaalliin beelladoota hongeen miidhaman dhibee dandamachiisu kennamuu ibsame. Fayyaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii 1ffaan Paartii Badhaadhinaa hirmaachisaa ture- hirmaattota yaa’ichaa Ayana Dheressa Mar 13, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Yaa’ii 1ffaan Paartii Badhaadhinaa bilisaa fi hirmaachisaa ta’uusaatiin guddina diimokiraasii Ityoophiyaaf bu’uura kan kaa’e ta’uu hirmaattonni …
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa Miseensota Koree giddugaleessaa filachaa jira Ayana Dheressa Mar 13, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa yaa’ii 1ffaa gaggeessaa jiruun Miseensota Koree giddugaleessaa filachaa jira. Paartichi oolmaasaa har’aan Miseensota koree…
Oduu biyya keessaa Ministiroonni Preezdaantii fi Ittaanaa Preezdaantii Paartii Badhaadhinaaf ergaa baga gammaddanii… Ayana Dheressa Mar 13, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistikii aadde Daagmaawwit Mogasii fi Ministirri Ministeera Hojii fi Kalqaa aadde Muufariyaat Kaamiil Muummeen…
Oduu biyya keessaa Naannoo Daangaa Sudaan Kibbaatti walitti bu’iinsa uumameen lammiileen kumni 9 fi 500… Sifen Megersa Mar 13, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Naannoo Daangaa Gaambeellaa fi Sudaan Kibbaatti walitti bu'iinsa uumameen jiraattoonni naannoo Gaambeellaa kumni 9 fi 500 ol qa'ee fi qabeenya…
Oduu biyya keessaa Sagantaa Sirna awwaalchaa eebbifamoo Abunee Marqooreewoos raawwatamaa jira Sifen Megersa Mar 13, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Sagantaan Sirna awwaalcha Paatiriyaarikii Mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii 4ffaa eebbifamoo Abunee Marqooreewoos mana Amantaa Kaateederaalii…