Oduu biyya keessaa Mariin raawwii tarsiimoo imaammataa nageenyaarratti gaggeeffame Obse Wakgari Mar 12, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti mariin raawwii tarsiimoo imaammataa nageenyaarratti hayyoota waliin gaggeeffameera. Hayyoonni nageenyaa, federaaliziimii…
Oduu biyya keessaa Dhala namaa hojii gaarii fi namuusni isaa akka kabachiisu Eebbifamoo Abunee Marqooreewoosirra… Obse Wakgari Mar 12, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa Muftii Hajii Umar Idiriis tokkummaa fi walkabajuun ajjeechaafi buqqaasuu dhabsiisuu…
Oduu biyya keessaa Nageenyaa fi tasgabbii lammiilee eegsisuuf kan yeroo kamiyyuu caalaa cimsee akka hojjetuu Paartiin… Obse Wakgari Mar 12, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Nageenyaa fi tasgabbii lammiilee eegsisuuf kan yeroo kamiyyuu caalaa cimsee akka hojjetuu Paartiin Badhaadhinaa beeksiseera. Paartichi yaa’iisaa…
Oduu biyya keessaa Abbaa dhabuun nama gaddisiisa, abbaan gaaddiduu fi da’oodha-Kaardinaal Birhaana Iyyasuus Obse Wakgari Mar 12, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Abbaa dhabuun nama gaddisiisa, abbaan gaaddiduu fi da’oodhas jedhan Phaaphaasiin Mana Amantaa Kaatoolikii Kaardiinaal Birihaana Iyyasuus sirna…
Oduu biyya keessaa Sirni gaggeessaa Eebbifamoo Abunee Marqooreewoos Addabaabayii Masqalaatti raawwate Obse Wakgari Mar 12, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Sirni gaggeessaa Paatiriyaarikii Mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii 4ffaa eebbifamoo Abunee Marqooreewoos Addabaabayii Masqalaatti raawwateera.…
Oduu biyya keessaa Namoota Cheekii sobaatii Birrii miiliyoona 60 baankiidhaa baasuuf yaalan irratti himanni baname Obse Wakgari Mar 12, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC)- Abbaan Alangaa Cheekii sobaa fi xalayaa mirkaneessa kaffatii fayyadamuun Baankii daldalaa Ityoophiyaarra Birrii miiliyoona 60 baasuuf yaalanii kan turan…
Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa wixinee labsii sirna Buusaa Gonofaa MNO qophaa’e irratti qooda fudhattoota… Obse Wakgari Mar 12, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC)- Caffeen Oromiyaa Wixinee Labsii Sirna Buusaa Gonofaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa qophaa'e irratti qooda fudhattoota waliin mari’ateera. Waltajjii Marii…
Oduu biyya keessaa Eebbifamoo Abunee Marqooreewoos umrii isaanii guutuu Mana Amantaa kiristaanaa Ortodooksii… Obse Wakgari Mar 12, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC)- Eebbifamoo Abunee Marqooreewoos abbaa carra qabeessaadha, umrii isaanii guutuu Mana Amantaa kiristaanaa Ortodooksii amanamummaan tajaajilaniiru jedhan…
Idil Addunyaa Mariiwwan Raashiyaa fi Yuukreen giddutti taasifameen jijjiirramni fooyya’aan… Obse Wakgari Mar 12, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC)- Mariiwwan Raashiyaa fi Yuukreen gidduutti gaggeeffamee waliigaltee malee xumuramuus jijjiirramnii fooyya'aan muul’achuu Preezdaantiin Raashiyaa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan tibba kana godina Matakkalitti qaamolee gocha sukkanneessaa raawwataan qulqulleessuun… Obse Wakgari Mar 12, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC)- Mootummaan tibba kana naannoo Beenishaanguul Gumuuz godina Matakkalitti qaamolee gocha sukkanneessaa fi mirga namooma cabsee raawwataan qulqulleessuu…