Poolisiin Magaalaa Finfinnee guyyaa boruu daandiiwwan konkolaattotaaf cufaa ta’an ifoomse
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2014 (FBC) – Guyyaa borii daandileen gara Adda Baba’ii Masqalaatti geessan ganama sa’aatii 11:30’rraa hanga guyyaa sa’a 06:00’tti cufaa ta’uu Poolisiin Magaalaa…