Oduu biyya keessaa Ibsa Humna Waloo nageenyaarraa laatame Sifen Megersa Mar 5, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Humni Waloo Nageenyaa FDRI haala yeroo ilaalchisee ibsa laateera. Humni Waloo Nageenyaa FDRI ummata magaalaa Finfinnee ayyaanoota idil addunyaa,…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad hojiilee Qonnaa magaalaa Finfinnee daawwatan Sifen Megersa Mar 5, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee waliin ta'uun hojiilee Qonnaa magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Hundeessaan giddugala leenjii fi barnootaa islaamummaa Daanaa Sheeh Ahimad Nuur Sheeh Misbaah… Ayana Dheressa Mar 5, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Hundeessaan giddugala leenjii fi barnootaa islaamummaa Daanaa Sheeh Ahimad Nuur Sheeh Misbaah guyyaa kaleessaa addunyaa kanarraa du’aan boqochuu …
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti baajata Birrii biiliyoona 13 oliin hojiin ijaarsa hidhawwan jallisii hojjetamaa… Ayana Dheressa Mar 5, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Oromiyaatti qonna irkattummaa roobaarraa jalaa baasuuf baajata Birrii biiliyoona 13 oliin hojiin ijaarsa hidhawwan jallisii giddugaleessaa fi…
Oduu biyya keessaa Marii biyyaalessaarratti uummanni hirmaannaa ho’aa akka taasisuuf dhaabbilee siiviilii hawaasaarraa… Ayana Dheressa Mar 5, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Marii biyyaalessaarratti uummanni hirmaannaa ho’aa akka taasisuuf dhaabbileen siiviilii hawaasaa ga’ee olaanaa isaanirraa eegamu akka ba’ataniif…
Oduu biyya keessaa Sagantaan muuxannoo waljijjiirraa hoggantoota koolleejjootaa poolii teekinikaa Oromiyaa gaggeeffame Ayana Dheressa Mar 5, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Sagantaan muuxannoo waljijjiirraa hojjiira oolmaa hojmaata KAIZEN hoggantoota koolleejjootaa poolii tekinikaa naannoo Oromiyaa gaggeeffameera.…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Fayyaa bu’aa qormaata madaallii ga’umsaa ogeeyyii fayyaaf laatee ture ifoomse Ayana Dheressa Mar 5, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Ministeerri Fayyaa bu’aa qormaata madaallii ga’umsaa ogeeyyii fayyaaf laatee ture ifoomsuu ibsame. Ministeerichi bu’aa qormaatichaa kan ifoomse…
Oduu biyya keessaa Hojii ijaarsa nageenyaa hojjetu deeggaruuf Yaa’ii dhaabbilee Amantaaleef Birrii miiliyoonni 13 ol… Ayana Dheressa Mar 5, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Faawundeeshiniin Istarliing hojii ijaarsa nageenyaa fi walitti bu’iinsa hiikuurratti Yaa’iin dhaabbilee Amantaalee Ityoophiyaa hojjetu deeggaruuf…
Oduu biyya keessaa Naannoon Sidaamaa hoggantoota itti gaafatamummaa isaanii hin ba’anne 384 irratti murtoo siyaasaa… Ayana Dheressa Mar 5, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Naannoon Sidaamaa hoggantoota itti gaafatamummaa isaanii haalaa hin ba’atiin hafan 384 irratti murtoo siyaasaa dabarsuu Waajjirri Paartii…
Oduu biyya keessaa Balaa Abiddaa sheediiwwan irraatti qaqqabeen qabeenyarra miidhaan ga’uu ibsame Ayana Dheressa Mar 5, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Eekkaa aanaa 9 bakka Maabraat Hayil jedhamutti balaa Abiddaa sheediiwwan meeshaalee 7rraatti qaqqabeen qabeenyarra…