Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebeen magaalaa Roobee galan Ayana Dheressa Feb 18, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC)–Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa taasisuuf godina Baalee magaalaa Roobee galaniiru.…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Siwiidiin waliin dhimmoota waloorratti mari’atan Sifen Megersa Feb 18, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Siwiidiin Maagdaaliinaa Andarsan waliin dhimmoota hariiroo waloo biyyoota lamaanirratti…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Faransaay Imaanuu’eel Maakroon waliin… Sifen Megersa Feb 17, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad marii bu'aa qabeessa Preezdaantii Faransaay Imaanuu'eel Maakroon waliin hariiroo waloorratti taasiisan…
Oduu biyya keessaa Imaammata Misooma Afaan Ityoophiyaan Afaanoonni beekkamtiin laatameef Afaan hojii Federaalaa… Sifen Megersa Feb 17, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2014 (FBC) - Imaammata Misooma Afaan Ityoophiyaan Afaanoonni beekkamtiin laatameef Afaan hojii Federaalaa ta'uun akka tajaajilan qophiin xumuramaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Olaaf Shuulz waliin dhimmoota waloorratti marii bu’aa qabeessa taasiifneef dinqisiifannaan koo… Sifen Megersa Feb 17, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2014 (FBC) - Chaanselar Jarman Olaaf Shuulz waliin dhimmoota waloorratti marii bu'aa qabeessa taasiifneef dinqisiifannaan koo haa ga'u jedhan Muummeen Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Gamtaa Awurooppaa fi Gamtaa Afrikaa hariiroo hunda galeessa biyyoota lamaanii cimsuuf… Obse Wakgari Feb 17, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2014 (FBC)- Muummeen Ministira Abiy Ahimad Yaa’iin Gamtaa Awurooppaa fi Gamtaa Afrikaa hojiiwwan tumsaa, hariiroo naannawaa fi haala waqtaawaa biyyoota lamaan…
Fayyaa Dhaabbanni Samaaritaans Paars Ityoophiyaaf deeggarsa meeshaalee fayyaa taasise Obse Wakgari Feb 17, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2014 (FBC)- Dhaabbanni deeggarsa idil addunyaa Samaaritaans Paars jedhamu Ityoophiyaaf deeggarsa meeshaalee fayyaa taasiseera. Ministirri Ministeera Fayyaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Adaamaatti balaan ibiddaa warshaa Huccuu Fo’aa keessaatti ka’e to’atame Obse Wakgari Feb 17, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2014 (FBC)- Balaan ibiddaa Warshaa Huccuu Fo'aa ‘Elsii Addiis’ Magaalaa Adaamaatti argamu keessatti ka'e to'atamaara. Qindoomina Humnoota Ittisa Ibiddaa…
Oduu biyya keessaa Naannoon Amaaraa sodaa balaa nageenya hawaasa naannichaa hir’isuuf sirreeffamaa ramaddii hoggansaa… Obse Wakgari Feb 17, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2014 (FBC)- Naannoo Amaaraa sodaa balaa nageenya hawaasa naannichaa hir’isuufi sirnaan ittisuuf sirreeffamaa ramaddii hoggansaa taasisuu bulchiinsi naannichaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti dhaabbileen Biraaziil damee misooma Inarjiirratti bobba’uuf fedhii qabaachuu ibsame Ayana Dheressa Feb 17, 2022 0 Finfinnee,Gurraandhala 10, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti dhaabbileen Biraaziil damee misooma Inarjiirratti bobba’uuf fedhii kan qaban ta’uu Ityoophiyaatti Ambaasaddarri Biraaziil Luuwiiz…