Oduu biyya keessaa Hundeeffamni waggaa 50ffaa hawaasa Awuraabaa kabajamaa jira Ayana Dheressa May 7, 2022 0 Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Hundeeffamni waggaa 50ffaa hawaasa Awuraabaa qophiilee garaagaraan kabajamaa jira. Saganticharratti Ministira Ministeera Dhimma Dubartootaa fi…
Oduu biyya keessaa Jilli Ministira Ministeera Tumsa Diinagdee Deeniimaark Filiimiing Moolar Moortiinsaniin durfamu… Ayana Dheressa May 7, 2022 0 Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Tumsa Diinagdee Deeniimaark Filiimiing Moolar Moortiinsaniin durfamu naannoo Somaalee magaalaa Godee galeera. Jilichi…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti bara barnootaa 2013’tti barattoonni kutaa 12ffaa 226 qabxii olaanaa… Ayana Dheressa May 7, 2022 0 Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Akka Naannoo Oromiyaatti bara barnootaa 2013'tti Barattoota Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa qoraman keessaa barattootni 226 qabxii olaanaa galmeessuu…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Sulultaatti balaa ibiddaa qaqqabeen suuqiiwwanii fi hoteelli tokko barbaada’uu ibsame Ayana Dheressa May 7, 2022 0 Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Magaalaa Sulultaatti, balaa ibiddaa qaqqabeen suuqiiwwanii fi hoteelli tokko barbaada’uu qajeelchi Poolisii Bulchiinsa Magaalaa Sulultaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin sosochii dubbisaa godina Baaleetti gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa May 7, 2022 0 Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Waltajjiin sosochii dubbisaa godina Baaleetti gaggeeffamaa jira. Waltajjichi Tajaajila Mana kitaabaa fi Hadarsa (Arcive) biyyaaleessaa, Waajjira aadaa…
Oduu biyya keessaa Deeniimaark deeggarsa Ityoophiyaaf taasistu cimsitee kan itti fuftu ta’uu ibsite Ayana Dheressa May 7, 2022 0 Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Ministeera Tumsaa Misoomaa Fileemiing Moolariin waajjira…
Oduu biyya keessaa Qonna gannaaf Xaa’oo buufata Jiibuutii ga’e kuntaala miiliyoona 7.2 keessaa % 75 gara… Sifen Megersa May 6, 2022 0 Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Qonna gannaa bara 2014/15f Xaa'oo biyyoo buufata Jiibuutii ga'e kuntaala miiliyoona 7.2 keessaa % 75 gara kuusaa giddugalaa galuu ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Hojii Raawwachiisaa olaanaan Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa, barreessaa olaanaa waldaa Daandiilee… Sifen Megersa May 6, 2022 0 Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Hojii Raawwachiisaa olaanaan Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa obbo Masfin Xaasoow, barreessaa olaanaa waldaa Daandiilee Qilleensaa Afrikaa Abduraahimaan…
Oduu biyya keessaa Waldaan Kiristiyaanaa Araaraa Waaqayyoo Addunyaa Magaalaa Naqamteetti Mana Barnoota sadarkaa 1ffaa… Obse Wakgari May 6, 2022 0 Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Waldaan Kiristiyaanaa Araaraa Waaqayyo Addunyaa Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee kutaa Bulchiinsa Calalaqii keessatti Mana Barnoota sadarkaa 1ffaa ijaarsisaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Gamtaan Awurooppaa marii siyaasaa waggaa gaggeessan Obse Wakgari May 6, 2022 0 Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Gamtaan Awurooppaa marii siyaasaa waggaa magaalaa Finfinneetti gaggeessaniiru. Waltajjicha Itti aanaan Muummeen Ministiraa fi Ministirri…