Idil Addunyaa Ameerikaatti diimookiraasiin dhundhula adeemaa jiraachuu qorannoon ifoomse Sifen Megersa Dec 6, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC) – Ameerikaatti diimookiraasiin dhundhula adeemaa jiraachuu qorannoon gaggeeffame ifoomse. Chaayinaa Yuunvarsiitii Reenmiinitti…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebee sadarka ijaarsi daandii Gootaraa-Puushkiin irra jiru daawwatan Obse Wakgari Dec 6, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC)-Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee sadarka ijaarsi daandii Gootaraa-Puushkiin irra jiru daawwataniiru. Aadde Adaanach Abeebee fuula…
Oduu biyya keessaa Hawaasni idil addunyaa uummataa fi Mootummaa Ityoophiyaa cinaa dhaabbachuu qabu-Billanee Siyyuum Ayana Dheressa Dec 6, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC) – Hawaasni idil addunyaa uummataa fi Mootummaa Ityoophiyaa cinaa dhaabbachuu akka qaban Itti gaafatamtuun Diijitaal Miidiyaa fi Afaanota Alaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Harariitti ayyaanni sabaa fi sablammoota kabajame Obse Wakgari Dec 6, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC)- Naannoo Harariitti ayyaanni sabaa fi sablammoota kabajameera. Guyyaan sabaa fi sabalammoota Ityoophiyaa 16ffaan Mana Maree Naannichaatti sagantaan…
Oduu biyya keessaa Gareen shororkeessaa ABUT Gaashanaa fi Shawaa Kaabaatti ajjeechaa jumlaa raawwate – Tajaajila… Sifen Megersa Dec 6, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT Gaashanaa fi Shawaa Kaabaatti ajjeechaa jumlaa raawwachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibseera. Tajaajilli…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Loos Aanjelesitti lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif Doollaari kuma dhibba… Ayana Dheressa Dec 6, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC) – Ameerikaa magaalaa Loos Aanjelesitti lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif sagantaa galii walitti qabuu gaggeeffameen guyyaa tokkotti …
Oduu biyya keessaa Magaalaa Sabbataatti rasaasni Bireenii kuma 2 ol karaa seeraan alaa daddabarfamaa ture to’atame Ayana Dheressa Dec 6, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Sabbataatti rasaasni Bireenii kumni 2 fi dhibbi 5 fi 60 karaa seeraan alaa dabarfamaa ture to’atamuu Qajeelchi Poolisii Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Duulli #Ni Ga’aa/ #No More Jaappaan Tookiyootti gaggeeffame Sifen Megersa Dec 6, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC) - Duulli #Ni Ga’aa/ #No More Jaappaan Tookiyoo Imbaasii Ameerikaa fuuldurratti gaggeeffameera. Lammiileen Ityoophiyaan Jaappaan jiraatan…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni Godina Qellem Wallaggaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 31tti… Obse Wakgari Dec 6, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC)- Jiraattoonni Godina Qellem Wallaggaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 31tti tilmaamamu taasisaniiru. Godinichatti qonnaan bultoonnii…
Oduu biyya keessaa Farreen nageenyaa naannoo daangaa Sudaaniirraan lo’anii seenuuf yaalii taasisaan fashala’uu ibsame Obse Wakgari Dec 6, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC)- Farreen nageenyaa naannoo daangaa Sudaaniirra lo’anii seenuuf yaalii taasisaan fashala’uu poolisiin naannoo Beenishaangul Gumuuz beeksiseera.…