Dirree Dawaatti daa’ima guddattuu tokko keessaa xannachi kiiloo 5 madaaluu ba’e
Finfinnee, Bitootessa 29, 2014 (FBC) – Daamni guddattuun umrii waggaa 10 jiraattuu Godina Harargee bahaa aanaa Dadaar ganda Haqabaas keessaa xannachi kiiloo 5 madaaluu walla’ansa baqaksanii…