Magaalichatti gaaffilee uummatarraa ka’an deebisuuf gara hojiitti galamuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 28, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti mariiwwan uummata waliin taasifamaa turaniin gaaffilee waqtaawoo fi barbaachisoo uummatarraa ka’an qophii addaa taasisuun yeroo…