Uffataaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 1olitti tilmaamaman to’annaa jala oolu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 27, 2014 (FBC) – Uffataaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 1 fi kuma 200 olitti tilmaamamu to’annoo jala ooluu Komishiniin Gumurukaa Ityoophiyaa Damee Hawaasa…