Oduu biyya keessaa Proojektiin saamicha humna daa’immanii ittisuuf dandeessisu ifoome Sifen Megersa Aug 30, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaa fi Kibbaatti Proojektiin saamicha humna daa’immanii ittisuuf dandeessisu ‘Shii Tiraayivis’ jedhamu ifoomeera.…
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensichaa damee balalliitin dhaabbata Booying waliin waliigaltee mallatteesse Obse Wakgari Aug 30, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC)- Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa damee balallii imaammataa ga’umsaa Afrikaa taasiseerratti dhaabbata Booying waliin waliigaltee mallatteesseera.…
Oduu biyya keessaa Kooriyaan Kibbaa Ityoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa 5f deeggarsa midhaan nyaataa taasiifte Sifen Megersa Aug 30, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) – Kooriyaan Kibbaa Ityoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa 5f midhaan nyaataa Doolaara miiliyoona 1.2tti tilmaamamu deeggarsa taasiisuu Sagantaan…
Idil Addunyaa Ugaandaa fi Sudaan Kibbaa daandiiwwan rakkoo nageenyaa qaban waloon eeguuf waliigalan Obse Wakgari Aug 30, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC)- Ugaandaa fi Sudaan Kibbaa daandiiwwan rakkoo nageenyaa qaban waloon eeguuf waliigalaniiru. Biyyoonni lamaan daandiiwwan rakkoo nageenyaa qaban…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Daawwannaa Ugaandaa fi Ruwaandaatti taasiisan xumuruun Finfinnee galan Sifen Megersa Aug 30, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Daawwannaa hojii Ugaandaa fi Ruwaandaatti taasiisan xumuruun Finfinnee galaniiru. Jilli…
Biiznasii Oomishni Ashaboo waggoottaan 5 dhufaniif ga’u jiraachuu ibsame Sifen Megersa Aug 30, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) – Kuufamni Oomisha Ashaboo Ummata Ityoophiyaa waggoottaan 5 dhufaniif ga’u Afdheeraa jiraachuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksiise.…
Biiznasii Abbaan Taayitichaa galii Birrii biiliyoona 1.3 ol walitti qabe Obse Wakgari Aug 30, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC)- Abbaan Taayitaa Bishaanii fi Dhangala’aa magaalaa Finfinnee bara baajata xumurameetti galii Birrii biiliyoona 1.3 ol walitti qabuu beeksiseera. Galiichi…
Biiznasii Kuufamni Sibiilaa hedduun to’atame Sifen Megersa Aug 30, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Aqaaqqii Qaallittii aanaa 7tti feerrowwan tajaajila ijaarsaaf ooluu qabu hedduun seeran ala kuufamee ture qabamuu…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 31 ol taasise Obse Wakgari Aug 30, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 31 ol taasiseera. Bulchiinsi magaalichaa hawaasa hirmaachisuun…
Oduu biyya keessaa Naannoo Kibbaatti bara barnootaa darbe sababa Covid-19 barattoonni kumni dhibbi 3 barnoota adda… Sifen Megersa Aug 30, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) – Biiroon Barnootaa naannoo Kibbaa qooda fudhattoota waliin marii gaggeessaa jiraachuu himame. Naannichatti bara barnootaa darbe sababa dhiibbaa…