Manni Maree naannoo Hararii Yaa’ii idilee 2ffaa waggaa 1ffaa marsaa 6ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Manni Maree naannoo Hararii Yaa’ii idilee 2ffaa waggaa 1ffaa marsaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichi guyyoota lamaaf kan turu…