Raashiyaan dippiloomaatoonni biyyoota garaagaraa 10 Mooskoo akka ba’an ajejje
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Raashiyaan dippiloomaatoonni biyyoota garaagaraa 10 sa’aatii 72 keessatti Mooskoo gadi lakkisanii akka ba’an ajejuu ishee dhaga’ame.…