Mariin hawaasa godinaalee Shawaa Kabaa fi Iluu Abbaa Booraatti gaggeeffamuu egale
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Godina Iluu Abbaa Booraatti, mariin hawaasa godinicha hirmachiisee fi kallattiiwwan yaa'ii 1ffaa Paartii Badhaadhinaan darbanii fi kenniinsa tajaajilaa…