Oduu biyya keessaa Naannoon Kibbaa Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiise Sifen Megersa Aug 24, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Kibbaa sangoota 55 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiiseera. Deeggarsa ummataa fi mootummaa naannoo Kibbaarraa…
Oduu biyya keessaa Gareen shoroorkeessaa ABUT hospitala tajaajila hawaasaa Nifaas Mawucaarratti miidhaa qaqqabsiise Obse Wakgari Aug 24, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC)- Gareen shoroorkeessaa ABUT Naannoo Amaaraa godina Gondar Kibbaa hospitala tajaajila hawaasaa Nifaas Mawucaarratti miidhaa qaqqabsiiseera. Fuula…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii lammiilee buqqa’aniif deeggarsa taasise Obse Wakgari Aug 24, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii sababa garee Shororkeessaa ABUT lammiilee qe’eesaaniirra buqqa’aniif deeggarsa taasisuu beeksisee. Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Hararii fi Dirree Dawaatti Miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa duraanii Raayyaa Ittisaatti… Sifen Megersa Aug 24, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Naannoo Hararii fi bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaatti Miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa duraanii Raayyaa Ittisa Biyyaatti makamaniif sagantaan…
Biiznasii Naannoon Oromiyaa bara baajata 2013tti warqee kiiloo giraama kuma 4 ol Baankii Biyyoolessaaf… Obse Wakgari Aug 24, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC)- Naannoon Oromiyaa bara baajata 2013tti warqee kiiloo giraama kuma 4 ol Baankii Biyyoolessaaf dhiyeessuu Taayitaa Misooma Albuudaa Oromiyaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Kutaa magaalaa Liddataatti Maallaqni seeraan alaa kuufamee ture to’atameera Sifen Megersa Aug 24, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Liddataatti Doolaarri seeraan alaa kuufamee ture kumni 5 fi Birriin Ityoophiyaa kumni dhibbi 1 ol to’atameera.…
Oduu biyya keessaa Kutaa magaalaa Booleetti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa Kilaash Kooviin 20 to’atame Sifen Megersa Aug 24, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Booleetti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa Kilaash Kooviin 20 to’atamuu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa lammiilee buqqa’aniif deeggarsa taasise Obse Wakgari Aug 24, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa lammiilee buqqa’aniif deeggarsa taasiseera. Yuunvarsiitichi meeshaalee Birrii miiliyoona 1.2tti…
Biiznasii Oromiyaatti daldaltoota daballii gatii seeraan alaa taasiisanirratti tarkaanfiin fudhatamaa jira Sifen Megersa Aug 24, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti daldaltoota daballii gatii seeraan alaa taasiisanirratti tarkaanfiin fudhatamaa jiraachuu Itti aantuun Preezdaantii fi Qindeessituun…
Teeknooloojii Giddugalli beekumsaa Jimmaa Dijiitaal jedhamu Yuunvarsiitii Jimmaatti hundeeffame Obse Wakgari Aug 24, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC)- Giddugalli beekumsaa Jimmaa Dijiitaal jedhamu Yuunvarsiitii Jimmaatti hundeeffameera. Giddugalichi oomishaa bunaa fi sirna bittaa, bu’aa kalaqaa gara…