Idil Addunyaa Bulchiinsonni Ameerikaa shan bubbee cimaan rukutaman Obse Wakgari Dec 12, 2021 0 Finfinnee, Muddee 3, 2014 (FBC) – Balaa bubbee cimaa bulchiinsoota Ameerikaa shan keessaati qaqqabeen lubbuun namoota 80 darbuun, gandoonni barbadaa’aniiru. Preezdaantiin Ameerikaa Joo…
Oduu biyya keessaa Ambaassadar Tizzitaa Muluugetaa, Ministira Dhimmaa Alaa Neeppaali waliin mari’atan Obse Wakgari Dec 12, 2021 0 Finfinnee, Muddee 3, 2014 (FBC) – Neeppaaliitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Tizzitaa Muluugeetaa, Ministira Ministeera Dhimma Alaa Neeppaa Baahraat Raaji Paawdiiyaal waliin mari’ataniru.…
Oduu biyya keessaa Manneen barnootaa garee shororkeessaa ABUTtiin barbadaa’an deebisanii ijaaruuf hojjetamaa… Sifen Megersa Dec 12, 2021 0 Finfinnee, Muddee 3, 2014 (FBC) - Manneen barnootaa garee shororkeessaa ABUTtiin barbadaa'an deebisanii ijaaruuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Barnootaa Proofeesar Birihaanuu…
Oduu biyya keessaa Hojjettoonnii fi hoggantoonni kutaa magaalaa Qiirqoos Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan Sifen Megersa Dec 12, 2021 0 Finfinnee, Muddee 3, 2014 (FBC) - Hojjettoonnii fi hoggantoonni kutaa magaalaa Qiirqoos Hospitaala Ispeeshaalaayizdii Kompireeheensiivii Raayyaa Ittisaa Raayyaa Bishooftuutti argamuun…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti nageenyi waaraan bu’ee hanga ummanni nagaan ba’ee galuu danda’utti… Sifen Megersa Dec 11, 2021 0 Finfinnee, Muddee 2, 2014 (FBC) - Ityoophiyaatti nageenyi waaraan bu'ee hanga ummanni nagaan ba'ee galuu danda'utti wareegama kamuu kaffaluuf qophiidha jedhan Ajejaa olaanaan Humna…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti agarsiifni Dippiloomaatootaa fi Ambaasaaddaroota biyyoota hedduu walitti fide… Sifen Megersa Dec 11, 2021 0 Finfinnee, Muddee 2, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti agarsiifni Dippiloomaatootaa fi Ambaasaaddaroota biyyoota hedduu teessoo isaanii Finfinnee taasiisan hirmaachise walta'iinsa Imbaasii…
Oduu biyya keessaa Magaalaan Arjoo, Fokkiisaa fi Booraan harkaa diinaa jalaa bilisooman Sifen Megersa Dec 11, 2021 0 Finfinnee, Muddee 2, 2014 (FBC) - Duulli tokkummaa Sabdaneessaa Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu daandii guddaa Waldiyaa Maqalee geessu to'achuu ibsame. Qaamoleen nageenyaa…
Oduu biyya keessaa “Oromoon injifannoo waliin goonfate tikfachuu qaba” – Dooktar Kabajaa Borbor Bulee Sifen Megersa Dec 11, 2021 0 Finfinnee, Muddee 2, 2014 (FBC) - Oromoon dhibahummaa keessaa ba'uun, Ilaa fi ilaameen wal hubatee injifannoo waliin goonfate tikfachuu akka qabu hayyuun seenaa Dooktarri kabajaa Borbor…
Oduu biyya keessaa Magaalaan Baatii, Aqaastaa, Mahaal Saayintii fi Saayint Ajiibaar tajaajila humna elektirikaa argatan Sifen Megersa Dec 11, 2021 0 Finfinnee, Muddee 2, 2014 (FBC) - Magaalaan Baatii, Aqaastaa, Mahaal Saayintii fi Saayint Ajiibaar tajaajila humna elektirikaa argachuu Tajaajilli Elektirikii Ityoophiyaa ibseera.…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Musxafeen durfamu lammiilee qa’ee fi Qabeenya isaanirraa buqqa’uun Ganda… Sifen Megersa Dec 11, 2021 0 Finfinnee, Muddee 2, 2014 (FBC) - Jilli hoggantootaa Preezdaantii naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammadiin durfamu lammiilee qa'ee fi Qabeenya isaanirraa buqqa'uun Ganda Kurfaasaawaa…