Idil Addunyaa Gamtaan Afrikaa haalli yeroo Sudaan yaaddessuu beeksise Ayana Dheressa Oct 25, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) - Haalli yeroo Sudaan hedduu yaaddessuu Gamtaan Afrikaa beeksiseera. Hidhamuun Muummee Ministiraa Sudaan Abdallaa Hamdookii fi hoggantooonni…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddaroota biyyoota Awurooppaa garaagaraa waliin mari’atan Ayana Dheressa Oct 25, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimmaa Alaa obbo Dammaqaa Makoonniin Ityoophiyaatti Ambaasaaddaroota biyyoota Awurooppaa …
Biiznasii Baankichi sosochii qusannaa guyyoota 45’f turu gaggeessuu eegale Ayana Dheressa Oct 25, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014(FBC)- Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa marsaa 3ffaaf mata duree "Fooyya’iinsa Boruuf Har'a haa Qusannu" jedhuun sosochii qusannaa guyyoota 45’f turu gaggeessuu…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Turizimii Oromiyaa waggoottan shanan dhufan namoota kuma dhibba 5’f carraa hojii uumuuf… Sifen Megersa Oct 25, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) - Komishiniin Turiizimii Oromiyaa waggoottan Shanan dhufan iddoowwan hawwata Turiistii naannichaa keessa jiran misoomsuun namoota kuma dhibba 5 oliif…
Ispoortii Maraatooniin Beejiing yaaddoo weerarri Vaayrasii Koroonaa uumeen dheerate Sifen Megersa Oct 25, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) - Maraatooniin Beejiing yaaddoo weerarri Vaayrasii Koroonaa Deeltaa jedhamu uumeen dheerachuu koreen qopheessaa dorgommichaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Aanaa Gurrafardaatti rakkoo nageenyaa ture waaraan furuuf sirni araara nageenyaa gaggeeffame Sifen Megersa Oct 25, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) - Naannoo Ummattoota Kibbaa Godina Beenchii Shakkoo aanaa Gurrafardaa gandoota garaagaraa keessatti rakkoo nageenyaa ture waaraan furuuf…
Oduu biyya keessaa Dargaggoon biyya aarsaa abbootiin dhaale dhaloota dhufuuf kabajaa fi badhaadhina waliin dabarsuu… Obse Wakgari Oct 25, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) – Dargaggoon biyya aarsaa abbootiin dhaale dhaloota dhufuuf kabajaa fi badhaadhina waliin dabarsuuf dirqamaarraa eegamu bahachuu qaba jedhameera.…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni Aanaalee Shawaa bahaa goginsa Godina Booranaatti mudateef deeggarsa nyaata looni… Obse Wakgari Oct 25, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) – Jiraattoonni Aanaalee Shawaa bahaa goginsa Godina Booranaatti mudateef deeggarsa nyaata looni taasisaniiru. Deeggarsichi Aanoolee Godina Shawaa…
Fayyaa Waldaan Fannoo Diimaa Ityoophiyaa Hospitaala waliigalaa Nageelleetiif deeggarsa meeshaalee yaalaa… Obse Wakgari Oct 25, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) - Waldaan Fannoo Diimaa Ityoophiyaa Hospiitaala waliigalaa Nageelleetiif deeggarsa meeshaalee tajaajila yaalaaf oolan Birrii miiliyoona 5tti tilmaamamu…
Idil Addunyaa Muummeen Ministiraa Sudaan Abdallaa Hamdook humna waraanaa hin beekkamneen to’annoo jala oolan Obse Wakgari Oct 25, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa Sudaan Abdallaa Hamdook har’a ganama humna waraanaa hin beekkamneen to’annoo jala ooluun Mana Jireenyaa isaaniitti hidhamuu…