Shaampiyoonaan Teekaawaandoo Idil Addunyaa Afrikaa 2ffaan olaantummaa Ityoophiyaan xumurame
Finfinnee, Eebila 3, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan Shaampiyoonaa Teekaawaandoo Idil Addunyaa Afrikaa 2ffaa olaantummaan golobde.
Shaampiyoonaa guyyoota lamaaf giddu gala…