Oduu biyya keessaa Shawaa Kabaatti miseensonni Shanee to’ataman Sifen Megersa Nov 26, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC) - Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Kabaatti duula sakattoo taasiifameen miseensonni Shanee hidhannoo waliin to'atamuu Qajeelchi Labsii Ariifachiisaa…
Oduu biyya keessaa Kaanaadaan Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 13 taasiifte Sifen Megersa Nov 26, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC) - Kaanaadaan lubbuu baraaruuf kan oolu Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 13 taasiifte. Biyyattiin Ityoophiyaatti dhiyeessii nyaata madaallawaa…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisaa gaarreen naannawaa Burqaa fi Baatii to’ate Sifen Megersa Nov 26, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC) - Raayyaan Ittisaa gaarreen naannawaa Burqaa fi Baatii to'achuun gara Baatiitti imalaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii mootummaa beeksise. Muummeen…
Oduu biyya keessaa Kabajaa fi birmadummaa biyya keenyaaf wanta nurraa eegamu hunda raawwachuuf qophiidha-… Ayana Dheressa Nov 26, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Kabajaa fi birmadummaa biyya keenyaaf wanta nurraa eegamu hunda raawwachuuf qophiidha jedhan Ambaasaaddaroonni Ityoophiyaa biyyoota garaagaraa fi…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Goobbaatti namoonni meeshaalee waraanaa dhoksuun argaman to’annaa jala oolan Ayana Dheressa Nov 26, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Godina Baalee Magaalaa Goobbaatti namoonni dhuunfaa meeshaalee waraanaa dhoksuunii fi daddabarsuun argaman to’annaa jala ooluu ibsameera. Poolisiin…
Oduu biyya keessaa Hojii nageenyaa waqtaawaarra darbee Magaalaa Finfinnee waaraan magaalaa nagaa taasisuuf hojjetamaa… Ayana Dheressa Nov 26, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Hojii nageenyaa waqtaawaarra darbee Magaalaa Finfinnee karaa waaraan magaalaa nagaa taasisuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Kominikeeshinii magaalaa…
Oduu biyya keessaa Maqaa sabummaatin daldalaa Ityoophiyaa jeequun tasa hin danda’amuu-Aadde Adaanach Abeebee Obse Wakgari Nov 26, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Maqaa sabummaatin daldalaa Ityoophiyaa jeequun tasa hin danda’amuu jechuun kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee himaniiru. Shira…
Oduu biyya keessaa Biyya lafee fi dhiiga wareegamtootaan as geese diigamuurra hambisuuf hundu ga’eesaa bahuu qaba… Obse Wakgari Nov 26, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Biyya lafee fi dhiiga wareegamtootaan as geesse diigumsa irraa hambisuun tokkummaa fi nageenya ishee eegnee dhaloota dhufu dhaalchisuu qabna jedhan…
Oduu biyya keessaa Hoggantoota Izeemaa adda waraanaatti duulaniif gaggeessaan taasifame Ayana Dheressa Nov 26, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneerraa hoggantoota Izeemaa adda waraanaatti duulaniif gaggeessaan taasifameera. Dura ta’aan Izeemaa obbo Yashiwaas Asaffaa hoggansichi…
Oduu biyya keessaa Qonnaan bultoonni Kutaa Magaalichaa waan danda’an hundaan Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaruuf qophii… Ayana Dheressa Nov 26, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Qonnaan bultoonni magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Boolee waan danda’an hundaan Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaruuf qophii ta’uu ibsaniiru. Qonnaan…