Biiznasii Baatiwwan Arfan darbanitti Birrii biiliyoonni 123 ol walitti qabame Sifen Megersa Nov 19, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) - Baatiwwan Arfan darbanitti Birrii biiliyoonni dhibbi 1 fi biiliyoonni 23 ol walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeskiise.…
Oduu biyya keessaa Godina Arsii Lixaatti Birriin Miiliyoonni 5 seeraan alaa daddabarfamaa ture to’atame Sifen Megersa Nov 19, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) - Godina Arsii Lixaa magaalaa Kofaleetti Birriin Miiliyoonni 5 seeraan alaa daddabarfamaa ture to’atamuu ibsameera. Shakkamtoonni maallaqa kana…
Fayyaa Naannoo Kibbaatti talaalliin Covid – 19 marsaan jalqabaa har’a ni eegala Sifen Megersa Nov 19, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Naannoo Kibbaatti talaalliin Covid - 19 marsaan jalqabaa har'a kan eegalu ta'uu Biiroon Eeggumsa Fayyaa naannichaa beeksiise. Har'aa eegalee namoota…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Dippiloomaatoota biyyoota Afrikaa Teessoo isaanii Finfinnee taasiisan waliin… Sifen Megersa Nov 18, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Dippiloomaatoota biyyoota Afrikaa Teessoo isaanii Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Humni diinaa adda waraanaa Baatii Kaasaagiitaan humna walitti qabatee dhufe barbadaa’uu ibsame Sifen Megersa Nov 18, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC) – Humni diinaa adda waraanaa Baatii Kaasaagiitaan humna walitti qabatee dhufe guutumaa guutuutti barbadaa'uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Gamtaa Afrikaatti Ergamaan addaa Ityoophiyaa Oobaasaanjoon Finfinnee galan Sifen Megersa Nov 18, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC) – Gamtaa Afrikaatti Ergamaan addaa Ityoophiyaa fi Preezdaantiin duraanii Naajeeriyaa Ooliiseengoo Oobaasaanjoon Finfinnee galuu Tajaajjilli Kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Waraana Ityoophiyaatti uumameef kan itti gaafatamu garee shororkeessaa ABUT – mana maree waloo… Sifen Megersa Nov 18, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC) – Waraana yeroo ammaa Ityoophiyaatti uumameef maddii fi kan itti gaafatamu garee shororkeessaa ABUT ta'uu Manni Maree Waloo Paartilee siyaasaa Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Komishinichi raayyaa ittisa biyyaa fi maatii dultootaaf deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 2 fi… Obse Wakgari Nov 18, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)-Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti Komishiniin Qindeessaa tola oltoota fi hirmaannaa hawaasa raayyaa ittisa biyyaa fi maatii dultootaaf deeggarsa Birrii…
Oduu biyya keessaa Naannoon Uuummattoota Kibbaa lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa taasise Obse Wakgari Nov 18, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Naannoon Uuummattoota Kibbaa marsaa 2ffaan lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’anii bakka tursiisa Dabrabiraan jiraniif deeggarsa Birrii…
Oduu biyya keessaa Warqee fi faayaan Birrii karaa seeraan alaa kuufamaan to’annaa jala oolaan Obse Wakgari Nov 18, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Addis Katamaatti mana nama dhuunfaa keessaatti sakattoo taasifamee warqeewwanii fi faayaan Birrii kiilo giraamni 8 ol…