Fayyaa Koolleejjiin Fayyaa Harar barattoota 846 eebbisiise Ayana Dheressa Nov 6, 2021 0 Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Koolleejjiin Fayyaa Harar barattoota dhibba 8 fi 46 guyyaa har’aa eebbisiiseera. Koolleejjichi hojii ogeeyyii fayyaa ga’umsa qaban oomishuuf…
Oduu biyya keessaa Birmadummaa biyyaa eegsisuun seenaa injifannoo Ityoophiyaanotaa itti fufsiisuu qabna- Obbo Taaggasaa… Ayana Dheressa Nov 6, 2021 0 Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Obbo Taaggasaa Chaafoo birmadummaa biyyaa eegsisuun seenaa injifannoo Ityoophiyaanotaa itti fufsiisuu…
Oduu biyya keessaa Jiraattonni Magaalaa Hosaa’inaa fi naannooshee garee shororkeessaa ABUT mormuun hiriira… Obse Wakgari Nov 6, 2021 0 Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)-Jiraattonni Magaalaa Hosaa'inaa fi naannooshee garee shororkeessaa ABUT mormuun hiriira gaggeessaniiru. Hirmaattoonni hiriirichaas osoo nuti jirruu…
Oduu biyya keessaa Manni Maree waloo Paartiilee Siyaasaa naannoo Oromiyaa keessaa socho’aan miidiyaaleedhaaf ibsa… Obse Wakgari Nov 6, 2021 0 Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Manni Maree waloo Paartiilee Siyaasaa naannoo Oromiyaa keessaa socho'aan miidiyaaleedhaaf ibsa kennaniiru. Ibsicha kan kennan dura ta'aa mana…
Oduu biyya keessaa Oomishni Simmintoo dabalaa jiraachuu Injinaar Taakkalaa Uumaan beeksisaan Obse Wakgari Nov 6, 2021 0 Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)-Oomisha Simmintoo guddisuuf mootummaan tarkaanfii fooyya’insaa damicharratti fudhateen ammentaan oomishichaa dabaluu Ministirri Ministeera Albuudaa…
Oduu biyya keessaa Hoggansi haaraan Ministeera Misooma Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa qooda fudhattoota waliin… Obse Wakgari Nov 6, 2021 0 Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Hoggansi haaraan Ministeera Misooma Magaalaa fi Bu'uuraalee Misoomaa, qooda fudhattoota waliin Magaalaa Adaamaatti mari'achaa jira. Waltajjii…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Musxafeen jaarsoolii biyyaa waliin mari’atan Obse Wakgari Nov 6, 2021 0 Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad haala waqtaawaa biyyarratti jaarsoolii biyyaa waliin mari’ataniiru. Jaarsooliin biyyaa…
Oduu biyya keessaa Hiriirri balaaleffannaa garee ABUT magaalaa Haramaayaatti gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Nov 6, 2021 0 Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Hiriirri balaaleffannaa garee ABUT magaalaa Haramaayaatti gaggeeffamaa jira. Hiriirricharrattis kutaalee hawaasaa dargaaggootaa, hojjettoota…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Dirree Dawaa barattoota kuma 3 fi 500 ol eebbisiisa jira Obse Wakgari Nov 6, 2021 0 Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Dirree Dawaa barattoota ogummaa garaagaraatin barsiisaa ture kuma 3 fi 500 ol eebbisiisa jira. Yuunvarsiitichi barattoota sagantaa…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Dirree Dawaa barattoota kuma 3 fi 500 ol eebbisiisa jira Obse Wakgari Nov 6, 2021 0 Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Dirree Dawaa barattoota ogummaa garaagaraatin barsiisaa ture kuma 3 fi 500 ol eebbisiisa jira. Yuunvarsiitichi barattoota…