Balaa tiraafikaa fi ibiddaa qaqqabeen lubbuun nama 1 yoo darbu, qabeenyi Birrii kuma 200 olitti…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC)-Magaalaa Finfinneetti halkan kaleessa balaa tiraafikaa fi ibiddaa qaqqabeen lubbuun nama 1 yoo darbu, qabeenyi Birrii kuma dhibba 2 fi kuma 30 tilmaamamu…