MM Abiy Ahimad qaamolee Yaa’iin hoggantootaa Gamtaa Afrikaa karaa nagaa fi milkiin akka…
Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad qaamolee Yaa'iin hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 35ffaan karaa nagaa fi milkiin akka xumuramu gumaacha taasiisan…