Ispoortii Hojiin haaromsa Istaadiyeemii Finfinnee eegale Obse Wakgari Jul 7, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Hojiin haaromsa Istaadiyeemii Finfinnee eegaleera. Hojii haaromsichaa eegaluufis torbee lama dura waliigalteen taasifamee turuun isaa ni yaadatama.…
Oduu biyya keessaa Godina Harargee Bahaatti qaamolee hojii misoomaa irratti gumaacha olaanaa taasisaniif beekkamtiin… Obse Wakgari Jul 7, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Godina Harargee Bahaatti qaamolee hojii misoomaa irratti gumaacha olaanaa taasisaniif beekkamtiin kannameera. Sirna beekkamti laachuu kanarrattis…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin waloo tumsa teeknikaa loltummaa 11ffaa Ityoo-Raashiyaa gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Jul 7, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Waltajjiin waloo tumsa teeknikaa loltummaa 11ffaa Ityoo-Raashiyaa gaggeeffamaa jira. Waltajjichi magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira jedhameera.…
Idil Addunyaa Preezdaantiin Haaytii Jeevaaneel Mooysee ajjeefaman Obse Wakgari Jul 7, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Haaytii Jeevaaneel Mooysee har’a humna hidhattootaan ajjeefamaniiru. Preezdaantiichi mana jireenyaasaanii keessaatti hidhattootaan…
Oduu biyya keessaa Dargaggoonni miseensota Humna Eeggataa Afrikaa Bahaa Paarkii Inxooxxootti biqiltuu dhaaban Obse Wakgari Jul 7, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Dargaggoonni miseensota Humna Eeggataa Afrikaa Bahaa Paarkii Inxooxxootti biqiltuu dhaabaniiru. Daayrektarri Humna Eeggataa Afrikaa Bahaa Birgaadeer…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa labsii aangoo fi hojimata Mana Maree Federeeshiinii Ityoophiyaa foyyeessuuf… Obse Wakgari Jul 7, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’ootaa Uummataa labsii aangoofi hojimata Mana Maree Federeeshiinii Ityoophiyaa foyyeessuuf ba'e raggaasiseera. Manni Maree Bakka…
Oduu biyya keessaa Ityoo-Teeleekoom sagantaa Ashaaraa Magarsiisaa eegalchiise Obse Wakgari Jul 7, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Ityoo-Teeleekoom kutaa biyyattitti kan argamaan hojjettoota dhaabbatichaa kan hirmaachisee sagantaa Ashaaraa Magarsiisaa eegalchiisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Qaamoleen fedhii qaban naannoo Tigraayiif deeggarsa akka taasisaniif eeyyamni balallii laatame Obse Wakgari Jul 7, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Mootummaan Ityoophiyaa qaamoleen fedhii qaban naannoo Tigraayiif deeggarsa akka taasisaniif eeyyamni balallii laatameera. Mootummaan Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Dhiitta mirga namoomaa gareen Shororkeessaa ABUT raawwata jiru hawaasni addunyaa akka balaaleffatu… Obse Wakgari Jul 7, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Bulchiinsi yeroo naannoo Tigraay dhiitta mirga namoomaa gareen Shororkeessaa ABUT uumatarraan gahaa jiru hawaasni addunyaa akka balaaleffatu gaafateera.…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebee jiraattoota magaalichaa waliin giddugala biqiltuu Gullallee keessaatti… Obse Wakgari Jul 7, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Itti aantuun Kantiibaa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee jiraattoota magaalichaa waliin giddugala biqiltuu Gullallee keessaatti biqiltuu…