Oduu biyya keessaa Injifannoon Adwaa bu’aa waloo ummataati – hayyoota Obse Wakgari Feb 28, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC) – Injifannoon Adwaa bu'aa waloo ummataa ta'uun isaa, rakkoolee amma biyyattiitti muul'ataniif akka fakkeenyaatti dhiyaachuu qaba jedhan hayyoonni.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Injinar Silashii Baqqalaa Itti aanaa preezdaanti Komishinii Gamtaa Awurooppaa waliin… Wabi Fufa Feb 27, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) - Ministirri Bishaanii, Jallisii fi Inaarjii Dooktar Injinar Silashii Baqqalaa Itti aanaa preezdaanti Komishinii Gamtaa Awurooppaa Firaansi…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanonni 96 Taanzaaniyaadhaa gara biyyaa deebi’an Wabi Fufa Feb 27, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 96 Taanzaaniyaadhaa gara biyyaa deebi’an. Namoonni deebi’an kanneen faddaaltotaa fi daddabarsitootaan dabarfamaa kan…
Oduu biyya keessaa Hojii saatalaayiti ETRSS-1 to’achuu fi odeeffannoo walitti qabu lammiilee Ityoophiyaan gaggeeffamaa… Wabi Fufa Feb 27, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) – Hojii saatalaayiti ETRSS-1 to’achuu fi odeeffannoo walitti qabu lammiilee Ityoophiyaan gaggeeffamaa jirachuu ibsame. Ogeessoonni Ityoophiyaa of…
Oduu biyya keessaa Injinar Takkalaan proojaktoota ijaarsa daandii lama daawwatan Wabi Fufa Feb 27, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) - Itti aanaa kantiibaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee Injinar Takkalaa Uumaa proojaktoota ijaarsa daandii lama daawwataniiru. …
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Kooriyaan Kibbaa waliigaltee Doolaara miiliyoona 27.6 walii mallatteessan Obse Wakgari Feb 27, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) – Ityoophiyaa fi Kooriyaan Kibbaa waliigaltee hariiroo hawaas diinagdee cimsuu dandeessisan walii mallatteessan. Waliigalteen mallatteeffame…
Oduu biyya keessaa Karaa seeraan alaa gara Sudaanitti ce’uuf kan yaalaan shamarraan 96 to’ataman Wabi Fufa Feb 27, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) – Karaa seeraan alaa gara Sudaanitti ce’uuf kan yaalaan shamarraan 96 to’atamuu qajeelchi poolisii magaalaa Gondar beeksise. Shamarraan kutaalee…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Nageenyaa ogeessota miidiyaa fi qunnamtii hawaasaaf leenjii kenne Wabi Fufa Feb 27, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) – Ministeerri Nageenyaa ogeessota miidiyaa fi qunnamtii hawaasaaf leenjii kenne. Leenjichi mata duree “miidiyaaleen waliin jireenyaaf” jedhuun…
Oduu biyya keessaa Sochii konkolaattota fe’umsaa jajjaboorratti fooyyessi sa’aatii taasifame Obse Wakgari Feb 27, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) – Sochii konkolaattota fe'umsaa jajjaboorratti fooyyessi sa'aatii taasifame. Fooyyessa sa'aatii haaraa kanaan konkolaattonni fe'umsaa jajjaboon…
Biiznasii Fooramiin invastimantii, daldalaa fi tuuriizimii Ityoophiyaa beeksisu Hinditti gaggeeffame Obse Wakgari Feb 27, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) – Fooramiin invastimantii, daldalaa fi tuuriizimii Ityoophiyaa beeksisu Hinditti gaggeeffame. Fooramichi Hind bulchiinsa Maadihiyaa Piraadeesh…