Kaameeruunii fiBurkiinaafaasoon tapha walakkaa xumuraaf darbuu mirkaneeffatan
Finfinnee, Amajjii 21, 2014 (FBC) -Tapha waancaa Afrikaa 33ffaa nuusaa xumuraa har'a gaggeeffameen Kaameeruunii fiBurkiinaafaasoon tapha walakkaa xumuraaf darbuu mirkaneeffataniiru.…