Magaalaa Jimmaa fi Aggaarootti duulli qulqullinaa gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) - Magaalaa Jimmaa fi Aggaarootti duulli qulqullinaa gaggeeffameera.
Duulli qulqullinaa kun har'a barii sa'atii 12 irraa kaasee kan gaggeeffame yoo ta'uu,…