Oromiyaatti Baatiwaan jahan darbanitti galiin Birrii biiliyoonni 25 ol argame
Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC) – Biiroon galiiwwan Oromiyaa baatiiwwan ja'an darabanitti galii Biirr biiliyoona 25 fi miiliyoona walitti qabuu beeksiise.
Galiin argame…